Dur dur qarreefi qeerroon guyyaa gaa’ela isaanii dura saal-quunnamtii hin raawwatan, kunis hawaasa biratti dhimma kabajni guddaan kennamuufidha. Guyyaa cidhaa misirrittiin ‘yoo durbummaa qabaatte’ ...