Arsenaal primerliigii bara kanaatin tapha saddeet taphate keessaa sadi irratti kaardii diiman kennameefira. Kaleessa dirree Barnimooz irratti taphataan sarara ittisaa isaa Wiiliyaam Saliibaa boqonnaa ...
Bara inni durse Arsenaal hamilee horate, fiixee Piriimer Liigii Ingiliziirratti ba'e. Martin Odegaard kilaboota kubbaa miillaa gurguddoo Awurooppaa biratti gabaansaa akkaan ho'uu wayita eegalu reefuu ...